Psalms 135:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, maqaani kanke haga jiru jireenna imbadu, d'alooti ch'ufti gurra kanke inqaabata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! maqaan kee ka bara baraati; yaa Rabbi dhaloonni maruu si qaabata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, maqaan keeti haga bara baraa jiraata; Ee Mootii Waan Maraa, dhaloota mara keessatti hin qaabatanta.