Psalms 135:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqooti gochiti d'ibiini kad'atu waan qarsifi worqiini mid'aasani, ka nami harki ufiitini tume.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waaqoleen worra ormaa birri'ii fi worqii irraa harka namaatiin hojjataman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqoti dharaa ka gosa biyya adda addaa worqi'ii fi meetii, harka namaatiin hujamane.