Psalms 135:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami worra mid'aase abdatu ch'ufti ha akuma waaqoota suni tahuti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri kana hojjatan, worri isaan hedatan maruu akka isaanii haa ta'anii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri isaan hujuu fi isaanitti dhugeeffatu martinuu, akkuma isaanii jiran.