Psalms 135:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee worra gosa Lawi, AABBO Waaqa faarsa, isani ch'ufti ka AABBO Waaqa sodaatani isa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri leewwi'ii Rabbiin galatoonfadhaa'a! isin worri Rabbiin sodaattan isa galatoonfadhaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii Lewwootaa, Mootii Waan Maraa leellisa'a! Isin worri Mootii Waan Maraa sodaattanu, Mootii Waan Maraa leellisa'a!