Psalms 135:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sioni keesa AABBO Waaqa faarsa, worra isaa ka Yerusalemuleti isa faarsa! AABBO Waaqa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tsiyooniin keessatti Rabbiin galatoonfadhaa'a! Yerusaalemiin hulee inni itti argamutti isa galatoonfadhaa'a! Halee luyaa!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ka Yerusaalem keessa le'u, Xiyoon keessatti leellifamuu ti! Mootii Waan Maraa leellisa'a.