Psalms 135:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi dansa, isa faarsa, inni naasu qabaa tanaafi maqa isaa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan arjaa ta'eef Rabbiin galatoonfadhaa'a; waan mishaa ta'eef maqaa isaatii faarfadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa dansaa waan te'eef, isa leellisa'a! Maqaan isaa gammachiisaa waan te'eef, faaru'uun leellisa'a!