Psalms 135:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini imbeekha, AABBO Waaqi keenna gudda, inni Waaqa d'ibi ch'ufa ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi guddaa akka ta'e, Waaqa waaqolee tolfamaa maraa caalu akka ta'e waan beekuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa guddaa akka te'e, Goottaan keenna waaqota mara akka caalu ani hin beeka.