Psalms 135:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achiti inni akheekhafi waan mama jabdu tolche, akasiini hayyufi hojattu isaa ch'ufa gaargalche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achitti mooticha Fari'oonii fi hojjattoota isaa adabu'uuf baasaa fi maalalee baay'ee godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee biyya Gibxi'ii, inni si keessatti Fara'oonii fi tajaajiltoota isaa mara irratti, bilbaasaa fi waan maade'ee huje.