Psalms 136:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi dansa, galata deebisaafi; jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin galatoonfadhaa'a; waan arjaa ta'eef jaalalli isaallee baraa haga bara baraatii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa dansaa waan te'eef, isa galateeffadha'a; jaalalli isa ka bara baraa ti.