Psalms 136:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Irree isaa jabdufi harka isaa jabaani; jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Irree ufii jabaa hiixatee ka kanniin godhe, jaalalli isaa baraa haga bara baraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka hunna ifii guddo'oo fi jabeenna ifiitiin tana godhe, jaalalli isaa ka bara baraa ti.