Psalms 136:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni galaana Diima gargari kute; jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka galaana diimaa gara gara qoode, jaalalli isaa baraa haga bara baraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka abbaayaa diintuu gargar kute, jaalalli isaa ka bara baraa ti.