Psalms 136:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa, waaqoota ch'ufa ira jiru, galata deebisa; jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa waaqotaa galatoonfadhaa'a; jaalalli isaa baraa haga bara baraatii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa waaqotaa galateeffadha'a; jaalalli isaa ka bara baraa ti.