Psalms 136:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa nu dabsatanile inni nu qaabate; jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka hennaa salphanne nu yaadate, jaalalli isaa baraa haga bara baraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka injifatama keenna keessatti nu qaabate, jaalalli isaa ka bara baraa ti.