Psalms 136:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni harka nyaapa keenna jalaa nu baase; jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harka diintota keennaa jalaa nu baase, jaalalli isaa baraa haga bara baraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka diinota keenna jalaa nu baase, jaalalli isaa ka bara baraa ti.