Psalms 136:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan lubbu qaba ch'ufa sagale kennaafi; jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka uumama maraa nyaata kennu, jaalalli isaa baraa haga bara baraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka dada maraaf sagalee kennu, jaalalli isaa ka bara baraa ti.