Psalms 136:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa gubbati galata deebisa; jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa sami'ii galatoonfadhaa'a; jaalalli isaa baraa haga bara baraatii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa ol-gubba'aa galateeffadha'a; jaalalli isaa ka bara baraa ti.