Psalms 136:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa ka nama ch'ufa ira jiru, galata deebisa; jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaa gooftotaa galatoonfadhaa'a; jaalalli isaa baraa haga bara baraatii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaa goottotaa galateeffadha'a; jaalalli isaa ka bara baraa ti.