Psalms 136:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni bisaani qile gubbati lafa jaare; jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka lafa bisaan irra dhaabe; jaalalli isaa baraa haga bara baraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka lafa bisaan gubbaa diriirse, jaalalli isaa ka bara baraa ti.