Psalms 136:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
adu ta gayu mohatu, jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka aduun akka guyya'aan iftu godhe, jaalalli isaa baraa haga bara baraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka aduun guyyaa baallii akka qabaattu godhe, jaalalli isaa ka bara baraa ti.