Psalms 137:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri nu boojie kaani, sirba, nu gammachiisa, sirba Sioni sirba nuni jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri nu booji'an achitti akka faaruu isaanii faarfannu nu gaafatan; worri nu rakkisan faaruu gammachu'uu nu irraa barbaadan akkasuma «faaruu Tsiyoonii keessaa tokko nuu faarfadhaa'a» nuun jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri booji'ee nu farrisiisu, achitti faaruu isaan gammachiittu akka faarsinu nu gaafatanee, «Faaruu marroo Xiyoonii keessaa takkattii faarsa'a» jedhane.