Psalms 137:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu akami dandeenne sirba AABBO Waaqa lafa nyaapa keesati sirbina?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Faaruu Rabbii dhiyeessuu barbaachisu biyya ormaa keessatti akkamitti faarfanna?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa ormaa keessatti, nuuti attam faaruu Mootii Waan Maraa faarsuu dandeenna ree?