Psalms 137:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja anini si qaabad'e, aka atini waan ch'ufa ira na gammachiiftu heregu baad'e, Waaqi afaani kiyya ch'ufe sirba na d'owina!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo si qaabachuu dhabaadhe, waan na gammachiisu caalaa yoo sitti hin gammanne, arrabni kiyya laagaa kiyya keessatti maxannee haa hafu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yerusaalem, ani yoo si hin qaabatin, waan itti gammadu mara yoo si hin caalchisin, arrabi kiyya laagadaa kiyyatti goguu ti.