Psalms 137:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, gaafa Yerusalemu qabani, waan worri Edomu tolche qaabad'i. Aka worri, Dira suni ch'ach'absa balleesa jed'e qaabad'i!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! gaafa Yerusaalem qabamte waan worri Edomiyaasii godhan yaadi; «Akka isaan hundema irraa diigaa» jedha'aa iyyan san qaabadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, guyyaa Yerusaalem diigante, worri Edoomii, «Diiga'a! Diiga'a! Haga hundee isi'iititti gad jissa'a!» attam akka isaan jedhane qaabadhu.