Psalms 138:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, anini garaa kiyya ch'ufaani galata si deebisa; waaqoota d'ibi ch'ufa durati si faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! garaa guutu'uun si galatoonfadhaa; waan kadhaa kiyya naa dhageetteef maleekkota afo'otti faaruu sii dhiyeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ani gadhaa tokkochaan si galateeffadha; waaqota duratti ani faaru'uun si leellisa.