Psalms 138:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini fuula kiyya mana kanke qulqullooti deefad'e gajed'e maqa kanke faarsa maro jaalala tante ta ind'umanneetiifi d'uga teeti, ammalle waan atini aka maqa keetifi dubbini tante waan ch'ufa ira jirtu nama garsiifteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara mana woyyuu keetii sagada'aa; waan jaalala keetiitii fi waan amanamummaa keetii, maqaa keetii galata dhiyeessa; maqaa keetii fi dubbii kee maraa waan caalchiteertuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gara Galma keeti woyyichaa fuula galee sagada; jaalala keeti ka bara baraatii fi addatamummaa keetiifille, maqaa keetii fi jecha keeti waan mara caalaa waan saaddeef, ani maqaa keeti leellisa.