Psalms 138:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri maro waan atini tolchiteefi guddinna keetitifi si faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan guddinna ulfinna keetiitii fi, waan maalalee keetii maraaf si haa faarfatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ulfinni Mootii Waan Maraa guddaa waan te'eef, isaan marroo karaa isaa hin faarfatan.