Psalms 138:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa gaargali moga ch'ufaa na qabate, atini lubbu na baafta; atini nyaapa kiyya, ka nati dallanuni morkite harka kanke jabaani na baafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo rakkoon na marsellee eeddoo naa taatee na jiraachifta; ati lubbuu tiyya hin eedda; dheekkamsa diintota tiyyaa irratti harka kee hiixatta; harka kee ka mirgaatiin na oolchita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani rakkinna keessa yoo ideemelle, ati jiruu tiyya hin eedda; ati harka keeti diriirsitee, mufii diinota kiyyaa mormita; harka keeti middichaan na hin baacha.