Psalms 139:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan si sodaatanifi anini si faarsa; wonti atini taatu ch'ufti waan mama ka nami waan isii imbeenne; waan kana ch'ufa anini aka dansaa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka maalale'ee fi nama ajaa'ibsiisu ta'ee waan dhaladheef si galatoonfadha; hujii kee maalalchiisaa ani sirri'itti beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani baasa maso'oo te'ee waan dadameef, ani si leellisa; hujiin teeti waan maade'ee ti; anille tana miidhassee beeka.