Psalms 139:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, herega kanke beekhitini akami nati jabaati; inni akami heddu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! yaanni ati naaf qabdu kabajjama'a! laakkobsi isaa hagam baay'ata!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, yaadi keeti hubatiisaaf attam attam natti ulfaata! Guutumatti attam attam bacata!