Psalms 139:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, ato tiyya, atini sila ch'ubbicha fitt'a! Ato tiyya nami na ijeesu fed'u ch'ufti na lakise na biraa yaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! maal uduu hammeeyyii balleessitee! namoota dhiiga dheebottan! na irraa fagaadhaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, nama hamaa adoo ijjeettee! Isin worri dhiiga namaa dhangalaasu na irraa fagaadha'a!