Psalms 139:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka hameenni tokoleeni na keesa jiru laali, kara jiru jireenna gula na qajeelchi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Na keessa yoo balleessaan jiraate laali; karaa kee ka bara baraa keessa na masakki.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hammeenni yoo na keessa jiraate ilaali! Karaa bara baraa irra na sooressi.