Psalms 139:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini gubbaa kore atini achuma jirta, yo anini boola ekherati gabue achi ch'iisele, atini achuma jirta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo gara sami'ii baye ati achi jirta; yoo gara asaabaa gad bu'e ati achillee hin jirta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara ol-gubba'aa yoo ol baye, ati achi jiraata; addee worri du'e jiru keessa yoo irkadhelle, ati achi jirta.