Psalms 14:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daalleeni, Waaqi injiru ufiini jed'a. Worri worra ch'ubbuti ya waan hamtu tolche; nami waan d'uga tolchu tokoleeni injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raankeen garaa ufii keessatti, «Rabbi hin jiru» jedha; namoonni akkasii sunniin worra badu; waan nama jibbisiisaa hojjatan; isaan keessaa ka waan mishaa hojjatu tokkollee hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri gowwooleen, gadhaa ifii keessatti, «Waaqi hin jiru» jedhan. Isaan worra bada'a; waan gadhee hujan; isaan keessaa ka waan dansaa huju tokkolle hin jiru.