Psalms 14:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gubbaa nama gadi ilaale, aka nami wohubate isa kad'atu worra keesa jiru arga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka waa hubatu; ka Rabbiin soqu akka jiru laalu'uuf, Rabbi sami'ii ilmaan namaa gad laale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri qarooleen Waaqa barbaadu yoo jiraate dhaggiisaaf, Mootiin Waan Maraa ol-gubbaa irraa gara ilmaan namaa gad ilaala.