Psalms 14:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri ch'ufti yayu akuma takaa kara iraa gore waan hamtu tolche. Worra keesa nami tokoleeni ka waan dansa tolchu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maruu karaa irraa goraniiran; wolumatti balla'aniiran; tokkollee ka waan mishaa godhu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan martinuu ammoo karaa irraa goranee, martinuu wolumatti worra badaa te'aneeran. Isaan keessaa ka waan dansaa huju hin jiru; tokkolle hin jiru.