Psalms 14:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Isi, worri woma imbeekhu? Worri ch'ubbuu kunini ch'ufti daalle? Worri gumi tiyya saame nale kad'achuu dida.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri maqaa Rabbii hin waamne; worri banii kiyya akka buddeenaatitti nyaatan; worri hammeenna godhan maruu beekkumsa hin qabanii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Worri hamaaleyyiin womaa hin hubatuu? Akkuma nami sagalee nyaatu worri kolbaa tiyya nyaatu, isaan gara kiyya hin daadimatanu» jedha.