Psalms 14:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri waan Waaqi nama d'uga gula deemu kalchuufi mudama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee jiranitti naasuun isaan liqimseera; Rabbi waan worra balchaa jiddu'utti argamuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worra balchoota woliin waan jiruuf, worri hamaaleyyiin bararaqa guddaa keessa jiran.