Psalms 14:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan hamtu tolchu mala hiyyeesa balleesa, ammo inni AABBO Waaqati d'eeta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin karoora hiyyeeyyi'ii balleessuu barbaaddan; Rabbi garuu irkoo isaaniiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin hamaaleyyiin karoora worra gad aana'aa hin gufachiittan; Mootiin Waan Maraa ammoo isaaniif addee isaan itti baqatanu.