Psalms 14:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, nama Israeli baasu Sioni keesaa kootiini. Worri Israeli, hojja AABBO Waaqi akuma duri kaani horsiisu, akami gammada!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eentu Tsiyooniin keessaa ka Israa'eliin fayyisu baasa? Rabbi hennaa boojuu bani'ii deebisu; Yaaqoob haa gammaduu; Israa'elillee haa usheexxuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Xiyoon keessaa fayyinni kolbaa Israa'eliitiif adoo dhufee jiraatee! Yennaa Mootiin Waan Maraa boojuu kolba'aa deebisu, sanyiin Yaaqoobii hin burraaxxi; kolbaan Israa'elii hin gammaddi.