Psalms 140:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, worra ch'ubbu ka nama ijeesu, naraa d'owi, duraa na baasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! namoota hammeeyyii jalaa na oolchi; namoota hammeeyyii irraa na eegi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, namoota hamaa jalaa na baasi; worra hunnaan nama irratti ka'u na irraa eegi.