Psalms 140:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'araani nama himatu ha lafa keesaa baduti; hameenni ha worra nama ijeesu d'aqabe balleesuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri sobaan nama himatan sirimaa lafa irra dhaabatan hin qabaatin; wonti hamaan worra waan hamaa hojjatan irra haa gawu; isaan haa balleessu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami maqaa namaa balleessu biyya keessatti hin qubatin! Ka hunnaan nama irratti ka'ulle wonni hantuun isa adansituu ti.