Psalms 140:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'uga si faarse, nami qajeelani si durati jiraata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni balchaan dhugamaan maqaa kee galatoonfatan; qajeellonni si afoo jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugumaan worri balchooleen maqaa isaa hin leellisan; worri qajeelaan fuula isaa dura hin le'an.