Psalms 140:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri hojja ch'ufa hameenna malate nama wolti naqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan garaa ufii keessatti dhara dhudhuman; guyyaa guutuu lolaaf wol gayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan hantuu qalbii ifii keessatti yaadan; yennaa mara lola kaasan.