Psalms 140:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arabi worraa aka bofa hama nama ijeesu jira; dubbini worra aka had'aa buuti jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Arrabni isaanii akka bofa summi'iin nama idduuti; dubbiin isaanii akka bofa summii qabuutitti nama idda.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan arraba ifiitiin akka dhudhuufa'aa nama iddan; hidhii isaanii jala hadhaa buuti'iititti jira.