Psalms 140:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, harka worra ch'ubbu jalaa na baasi. Worra nama ijeesu, ka na balleesu fed'u, naraa d'owi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! hunna worra hama'aa jalaa na eegi; worra dhibaa na kuffisu'uuf karoorfatan jalaa na eegi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, harka worra hama'aa irraa na eegi; worra hunnaan nama irratti ka'u, ka miila kiyya qaxafiisaaf mala dhowanu irraa na eegi.