Psalms 140:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan AABBO Waaqaani jed'u, Atini Waaqa kiyya; ee AABBO Waaqa, kad'acha tiyya na d'agayi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin «Ati Waaqa kiyya» jedhaan; Yaa Rabbi! hennaa araara kee argatu'uuf si kadhadhu naa dhagayi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ani si'iin, «Ati Waaqa kiyya» jedha; ee Mootii Waan Maraa, iyya tiyya dhage'i.