Psalms 140:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa kiyya, qarqaarsa kiyya jaba, guyya had'iisa atini yayu na qorqorate na baafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! Gooftaa'a! jabaa fayyisaa kiyya! guyyaa lolaa mataa kiyya wonte'een naa dhossi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, Goottaa kiyya, jabaa na baachu; ati guyyaa lolaa mataa kiyya golliteerta.