Psalms 140:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, waan ch'ubbichi fed'u inkenninifi; mala worri d'aatule balleesi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra hammeeyyi'ii waan isaan barbaadan hin kenniniif; akka boonaan uf hin dhiibne; kaayyoon isaanii akka tolu hin godhin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, fedhii nama hama'aa hin muummessiniif; mala dhowelle hin milkeessiniif.