Psalms 141:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, anini si yaamad'a, hurrisi na qarqaari! Hojja anini si yaamad'u na jalaa owaad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! si waamadhaa daddafii na gargaari! yoo gara kee iyyu naa dhagayi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ani si Waammadha; ati ariifadhuu na bira koy! Yennaa ani si waammadhu, qoonqoo tiyya dhage'i.