Psalms 141:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan hamtu tolchu na d'owi, worra ch'ubbule iraa na fageesi. Haga anini jiru jila worrale keesaa sagale soorachu na d'owi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhara hojjachu'uuf worra waan hamaa godhan woliin akka wolii hin galle na eegi; affeerraa isaanii akka hin qoodamne na eegi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hantuu hujiisaaf akka hin halchine, worra hantuu huju woliin qooda akka hin fudhanne na eegi; worra hantuu huju woliin sagalee isaanii dansaa akka nyaadhu na hin lakkisin.